Istaatistiksii

Istaatistiksii ykn Xiinannoo damee saayinsii daataa baay’ina yaalii dhuunfaa fi garee wajjin walqabsiisuudhaan gara odeeffannoo faayidaa qabutti jijjiirudha. Saayinsii daataa walitti qabuu fi itti fayyadamuu qofa osoo hin taane, mala odeeffannoo walitti qabuu fi qorachu1u yaada dhiyeessudha.