Jaawuda drangon

Red Dragon akka symbolii walesitti fudhatamu dha

Jaawudni uumama durdurii munyuuqee(reptilia) kan afoola aadaa hedduu addunyaa keessatti mul'atudha. Ilaalchii waa’ee jaawuda naannoo adda addaatiin baay’ee garaagarummaa qaba, garuu Akkaa waliigalattii bineensaa jabaa,hayyuu fi soodachisaatti kan laalamuu yoo ta'uu innis sihrii ykn falfala akka qabuuttis ni laalama. jawuudni aadaa warra dhihaa keessatti bara giddu galeessaa ol’aanaa irraa eegalee yeroo baay’ee akka baallee, gaanfa qabaniifi ibidda hafuura baafachuu danda’anitti agarsiifamu. Aadaa bahaa keessatti jaawudni yeroo baay’ee akka uumamtoota baallee hin qabne, miila afur, bofa fakkaatanii fi sammuu giddu galeessaa ol qaban ta’anii agarsiifamu. Amaloonni jaawudaa gidduu wanti walfakkaataan yeroo baayyee walmakaa amala Bashurreyyii, munyuuqee, fi allattiiwwani ti. Hayyoonni akka amananitti, korojoo bal'aan badan ykn godaananii jiran, keessumaa naannoo bosona ykn margaa keessatti yeroo wal argan walfakkeenya guddaa kan qaban yoo ta'u, unka fakkiiwwan jaawuda ammayyaa Bahaa ta'uu hin oolan.

Dragon iin bineensa lubbu qabu kan yaddan ni jirra jedhame yadattamu, akkasumas gudda fi serpent jabba yokan reptile "magic" yokan "spirit" (afura) qabbu jedhame yaddatama. Bineensotti yaddan qoffa bekkamani kan ammalla fi fakki dragonii qaban bayyetti jirru.

Gossa dragonotta yaddan ni jirru jedhamani kan bekkamani

Gosoota Jaawudaa yaadaan jiran

  • Azhi Dahaka kan sexana matta sadii qabu akka dragon jirra jedhame yadda (urjii-hiree)Zoroastrianii persiaatti argamanamaniin amanamu dha.
  • yadda Ugariticitt immo serpentiin matta torbaa qabu kan bishaan kessatti argamu kan Lotan jedhamu dha.
  • Akka yadda Hydra Greekitt matta bayye kan qabuu kan jabbena qabba jedhame yaddatamu jirra. Yoo tokko ijjefame, kan lamma bakka isatti ba'u dha. Akkasumas bishaan kessatti argama. Dragoniin kun Heraclesif dubrii isaanin ajjefamani dhumatan.
  • Smok wawelski kan jedhamu dragon polish kessatti argamu yoo ta'e "middle ages"itt garra Krakow marsani argamani dha.
  • Y Ddraig Goch symbolii wales yoo ta'u kan dimmatani argaman yoo ta'an kunis seena Mabinogion Lludd fi Llevelys irratti himamu.
  • Nidhogg, dragon Norse mythology kessati argamu yoo ta'u, bakka dukkana' laffa jallatti argamutti jiratta jedhame yaddatama. Kunis Ragnarok eeguf. yerro sunitti immo hikamme lafa kana cuffa hin ballessa jedhame yaddatama.
  • Orochi, serpent matta sadetti qabu kan Japanese mythology kessatti Susanootti ijjesse jedhame kan yaddatamu dha.