Kana'aan

Kanaʼaan biyya durii naannoo Israaʼeliifi Libaanoon harʼaa of keessatti hammate turte.