Maayitoosisii
![](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/2/2f/Animal_cell_cycle-en.svg/350px-Animal_cell_cycle-en.svg.png)
![](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/e/e0/Major_events_in_mitosis.svg/350px-Major_events_in_mitosis.svg.png)
![](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/6/62/Mitosis_Mesenchymal_Stem_Cells.gif/220px-Mitosis_Mesenchymal_Stem_Cells.gif)
Maayitoosisii(Addaan bahiinsa walqixaa| hirqixxoo)n adeemsa hirmama seelii ilmoolee seelii lama kan walii fi warra isaanii fakkaatan oomishudha. Adeemsa kana keessatti seeliin ilmoo seelii warraa wajjin lakkoofsa kiroomsomootaa haalaan wal fakkaatan qabu.
N __________ N
2N __________ 2N
46____________ 46
Gosti hirmama seeli kun yeroo guddina orgaanizimoota fi wal-Hormaata al-saalessaa kan geggeeffamu dha. Sadarkaa Maayitoosisii hirmama seelii kana bakka afuritti qooduun ni 69 danda’ama. Kunis piroofeezii, meetaafeezii , anaafeezii fi teeloofeeziidha