Lakkoofsa Xaxxamaa
![](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/a/af/Complex_number_illustration.svg/220px-Complex_number_illustration.svg.png)
Lakkoofsi xaxxamaa ykn kallattii afaan Ingiliffaatiin Complex Number jedhama, garuu maqaan Ingiliffaa dogoggora ykn burjaaja'aa dha. Lakkoofsota kallattii akka waliigalaatti akka a+jb yookiin a+ib tti kan barreeffaman yoo ta’u, a fi b lakkoofsota, fi i (herrega keessatti) yookiin j (elektirikaal injinariingii) lakkoofsota kallattii qulqulluu, fi gatiiwwan isaanii dha.
i yookiin j, sababa lakkoofsa kallattii qulqulluu jedhamaniif
Lakkoofsa sarara qajeelaa(siiqee) x irratti argamu 1n yoo baay’isne sarara walfakkaataa irratti lakkoofsa walfakkaataa arganna. Garuu yoo -1n baay’isne lakkoofsi sun digrii 180o garagalee faallaa kanaa nuuf kenna. Gargalchi digrii 180 garagalcha digrii 90 lama waan barbaaduuf, si’a lama baay’isuun -1 kenna. Erga, egaa lakkoofsi kun lakkoofsa kallattii qulqulluudha.