Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa
![](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/6/63/Elementary_School.jpg/240px-Elementary_School.jpg)
![](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/3/3b/Heiwa_elementary_school_18.jpg/240px-Heiwa_elementary_school_18.jpg)
Manni barumsaa sadarkaa tokkoffaa, durayyaa ykn mana barumsa sadarkaa duraa mana barumsaa daa’imman gara waggaa shanii hanga kudha tokkoo gidduu jiraniif itti barataniidha. Akkaa Sirna barnoota biyya keenyatti immoo bartoota kutaa 1 hanga 6 ykn 8 kan hammatu yoo ta'u Mana barumsaa Sad.1ffaa duraa booda dhufa . Ijoolleen mana barumsaa sadarkaa tokkoffaatti barachuu isaanii yeroo xumuran gara sadarkaa lammaffaa deemu .