Xincalalii

Abidda alkoolii fi calalii isaa

Xiincalaliin qorannoo ifa akka dalagaa dheerina dambalii jajjaboo, dhangala'aa, ykn qilleensiyyee keessaa ba'ee, calaqqise ykn ibseetti.